websaayitiin kun kan ijaarameef duudhaa fi safuu oromoo ganamaa wabii godhachuun tokkummaa saba ballaa cimsuuf kan kaayyeffateedha. fuulli kun nama kamiyyuu kan hirmaachisu yommuu ta'u; aadaa,afaan fi duudhaa ummata keenyaa tiksuufi kunuunsuu of keessatti hammata.